250 likes | 489 Views
Qabsoon Oromoo Eessa Geeyse? Fuuldureen Isiihoo?. Kora Waldaya Qorannoo Oromootirratti kan dhiyaate Ebla 3, 2010, Yuunivarsitii Minnesotaa Jawaar Siraaj Muhammad. Tartiiba Dubbii. Oromoon maalif qabsoo tana eegale? Kaayoo qabsoo akkamitti hubatamti? Qabsoon Oromoo eessa geesse?
E N D
Qabsoon Oromoo Eessa Geeyse? Fuuldureen Isiihoo? Kora Waldaya Qorannoo Oromootirratti kan dhiyaate Ebla 3, 2010, Yuunivarsitii Minnesotaa Jawaar Siraaj Muhammad
Tartiiba Dubbii Oromoon maalif qabsoo tana eegale? Kaayoo qabsoo akkamitti hubatamti? Qabsoon Oromoo eessa geesse? Akeekni Qabsoo yeroo ammaa maal ta'u qabdi? Tarsiimoon akeeka kana fiixan baasuuf nu gargaaran maal fa'a? Tooftaalee akkamitittu bu'aa qaba? Goolabbii dubbii
Kaayoo akkamitti hubanna? Sababa Fincilaa Kaayoo Qabsoo Karaa • Lafa isaa deebifachuu,tarsiimoo misoomaatin diinagdee isaa dagaagsuufi hiyyummaa ofirraa buqqisuu • Eenyummaa isaa badiirraa dandamachiisee, oromummaa isaa ijaarrachuu • Sirna cunqursaa ofirraa buqqisee, kan bilisummaammirkaneessuu 1) Moo'amuu - Dhumaatii suukanneessaa - Salphina 2) Sirna nafxanyaa - Lafti irraa fudhatamee hiyyoome - Ujubaan isaa buqqa'ee - Amba jalatti bule 1) Biyya kophaa teenyaa jaaruu 2) Biyyuma jirtutti sirna jijjiiruu
Kaayoon Oromoo: Jireenya fuulduraa tan: Bilisummaa ( Oromtichaa, Oromtittii, Oromoo) Nageenya tasgabbaa'aa Misoomaafi duroominaatif bu'ura kaayuudha.
Kaayoon tun hagam tarkaanfatte? Sababa fincila Raayyaa, Baalee, Xirroofi sochii WMT, kan barattootatin, injifannon lafaa argame ( 1975) Hayyoonni seenaa Oromoo qotanii basuun, qubee dagaagsuun, sabboonummaa, Oromummaafi tokkummaa uuman. Kun qabsoo eenyummaa jaaruti Dhiibbaa sochii Oromootin, Oromiyaan dhaabattee ilmaan Oromootin bulaa jirti
Marsaalee 8 Qabsoon keessa dabartu 2) Hubannoo/ Dammaqsuu 1) Dukkana (normal) 3) Bilchina Sochii KAAYOO 8)Mirkanfachuu fi Ittifufa qabsoo 4)Sochii bal'aa (take off) 7)Fiixa bahiinsa/ Milkaa'ina 5)Hamileen Caphuu 6)Hirmaanna Irra jireessaa
Maaltu haferee? Lafa argannee, haata'uu ammoo tarsiimoo misooma Oromiyaatif mijaa'u hin baafne. Kanaaf Oromoon abbaa lafaa ta'us, hiyyummaan daranuu itti hammaatte Afaan, aadaa, duudhaafi amantii keenya guddisuudhaaf horoofi wiirtuu barbaachiso hin qabnu Oromiyaan ilmaan Oromootin bulti. Ammoo dantaa ummata isaanii egsisus hin dandeenye.
Kanaafuu Akeekni Qabsoo yeroo ammaa.... Ummanni Oromoo aangoo mootummaa dhuunfachuudha. Aangoon: Humna dantaa ofii ittin argatan Kan roorroo ofirraa ittin ittisan Injifannoo kara bu'aatti geeddaruun nama gargaara Hariiroo hawaasummaa cimsuun tokkummaafi nagaya buusuf fayyada
Akeekni kun akkamiin milkaaya? Qabsoo tarsiimoon qajeelfamtu barbaachisa Tarsiimoon injifannoof fayyadduu qu'aannaafi qorannaa gaafatti. Dirreen falmiidhaa maal fakkaatti? Eenyun lolla ( humna, ejjannoo fi tarsiimoo diinaa) Akkamiin lolla ( ciminafi gurmaa'ina mooraa qabsoo) Ijjannoofi hariiroon humnoota siyaasaa biyya, naannawaafi addunyaa qabsoo teenya ni miidhamoo ni gargaara Tooftaan cimina gabbisaniin, laafina, qaawwa laambubaniin maal fa'a? Kaayoo Tarsiimoo Tooftaa
Dirreen Falmii maal fakkaatti? Dirree Falmii Dhaaba Qabsoo Dhaaba sirna cunqursaa Mooraa Qabsoo Mooraa Gitabittuu Jidduu Lafaa
Dirree Falmii Dhaaba Qabsoo Dhaaba gitabittuu Hirmaattota Hirmaattota Deeggartoota Deeggartoota Mormituu Keessa hin jirre Mararfataa Tokummaafi dalagaa jabeessuu Shakkii, mamii uumuu, qoqqooduu Hawwatuu,amansiisuu, barsiisuu abdachiisuufi sodaa balleessuu.
Ijjannoofi ilaalcha Humnoota Siyaasa Reactionary Liberal Moderate Radical Conservative
Seenaafi Falmii Har'aa Utopian Future Glorious Past Diagnosis Prescription Degraded Present Tension / Mobilization
Sirni Cunqursaa maal fakkaata? Meles Ummata TPLF Tigre PDOs
Namni Maalif Sirna Cunqursaatif Bitama • Safuu (Eritrea) • Sanyummaa • Dubbii waaqaa • Abdii dhabuu • OrmaFakkaachuu • ( kittillayyoo) • Amala ( gabra) • Dantaa dhuumfaa • Sodaa • Maaltu na dhibee • Ofitti amanuu dhabuu
Mootummaan Cunqursaan akkamin angorra tura? Aangoo ( authority) Humna namaa Beekkumsaafi dandeetti Qabeenya diinagdee Haala hummataa Cunqursaa ( Sanction) Poolisii Waraana Biirokraasii Sirna barnootaa Dhaabilee amantii Sabaa-himaa Abbootii qabeenyaa Burqaalee humnaa Utubaalee sirnaa
Diina moo'atanii injifannoo goonfachuu, mooraan qabsoo... 1) Tokkummaa Namaa jaarmiyaa Hooggana Caasaa hojii Hirmaattotaa ( miseensa, deeggaraa fi ummata) Kaayoofi akeekaa ( ummata bal'aaf ta'u) 2) Tarsiimoofi karooraan hojjachuu Humna jaaruu Toftaa tartiiba qabdu 3) Naamusa ( jaarmiyaa, qabsaa'ota, ummata)
Gahee Qabsaa'aa tokkoo Lammii gaarii ta'uu Finciluu Gurmessuu, tokkummaa dhin'isuu, hamileefi kutannoo qabaachuu Injifannoo bu'aatti jijjiiruu
Goolabbii Dubbii Qabsoon Oromoo yeroodhaaf waan laaffatte fakkaattus fuuldurri isii injifannoodha. Oromoon humna horachaa, fira heddummeffachaa, tokkummaa jabeeffachaati tarkaanfachuu qaba Tarsiimoo qabsoo saffisiiftuufi dantaa saba keenyaa eeysiftu madaqfachuu qabna. Muuxannoo biyyoota biraatirraa barachuu qabna Oromoon handhuura Afrikaa bahaati. Hirmaannaa saba kanaa malee nageenyi, bilisummaanifi guddinni naannawa dhufuu hin danda'u. Kun Oromoodhaaf hirees, dirqamas guddaadha.
Madda Gene Sharp. The Politics of Nonviolent Action. Extending Horizon Books., 2005 Bill Moyers et.el. Doing Democracy: The MAP model for Organizing Social Movements., 2001 Leon P. Baradat Political Ideologies: Their Origins and Impact ( 8th Edition). Jon R. Katzenbach. The Work of Teams. Harvard Business Review Books., 1998 Drew Westen. The Political Brain: The Role of Emotion in Deciding the Fate of the Nation. Public Affairs., 2007